Channel
Our main channel @burqaaispoortii Contact us @burqasupport
Updated: 2026-07-31
Antooniyoo Siilvaa Benefikaa irraa gara Boornimaa'oz Boornimaa'oz taphataa lammii Poorchugaal kanaaf walumaa galatti Yuuroo miiliyoona 30 baaseera. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇�…
✅ Oliiseen yeroo boqonnaa isaa haala kanaan dabarsaa jira. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
✅ Niwukaastil Yuunaayitid Jaawoo Paalihinaa bakka bu'aa Burunoo Gumaaresh gochuuf Baayer Muunik irraa fudhachuu akka barbaadan gabaafameera. #ESPN_UK 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒�…
Media post
✅ Xonqaayiin biyya Gaanaa kun Cheelsiin waancaa Pirimeer liigii Ingilaand bara dorgommii 2026/27 ni injifata jechuun dubbateera. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZo…
No ads indexed yet.
This channel was added to our crawler but no sponsored impressions have surfaced yet. Subscribe below — we will ping you on the first hit.
Tracked since 2026-07-10 · first ad check queued
Media post
✅ Beenjaamiin Mendiin gahee bakka bu'ummaa isaa kan bara 2018 Faransaayi waliin waancaa addunyaa injifate akka gurgurate gabaafameera. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooS…
✅ Jaawoo Kaanselloon garee Al-Hilaal qophii bara dorgommii itti aanuuf shaakalatti jirutti hin dabalamne. Kaanseelloo walii galtee dhaabbataan Baarseloonaatti dabalamuu barbaada. �…